Magaalaa Gimbii Keessatti mormii guddaatu adeemsifamaa jira. Humni waraanaa uummata to’achuu hin dandeenye. Miidhamtoonni hedduun hospitaala seenanii jiru daqiiqaa muraasa dura lubbuun nama tokkoo baateetti.dubbiin kun baayyee cimaa jira!
Check Also
Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata
Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …