Marii dhimma dagaagina Afaan Oromoo Yuunvarsiitii Finfinnee keessatti har’a taasifameen Akkaadaamii Afaan Oromoo hundeessuun barbaachisaa ta’uun himame. Guyyaa har’aa (23/5/2011) Muummeen Afaan Oromoo Yuunvarsiitii Finfinnee …
Read More »Institutionalized destruction versus desire towards democratization and rule of law
By Dr.Baro Heno Deressa In the end we will remember not the words of our enemies, but the silence of our friends (MLK). …
Read More »Ijoon dubbii Obbo Ararsoo Biqiilaa godhan keessaa qabxiiwwan shan jala muruun barbaada.
Nagaa Buusuuf Carraa Dhumaa Addi Bilisummaa Oromoo (ABO-SG), Amajjii 20, 2019 waraanii dhaabichaa kan gaara jiru hundaaf, bosoona keessa ba’ee akka galu jedhee waammicha gochuudhaan …
Read More »“Fardi Biraan nama gaha malee hin woraanu!” jedha Oromoon.
Oromoon Marsaa itti aanutti Tarkaanfachuu qaba. – DUBBISAA – #Share godhaa waliif dabarsaa ******************************************************** “Fardi Biraan nama gaha malee hin woraanu!” jedha Oromoon. Dr.Abittiifi Dr.Kab.Lammaa …
Read More »Jecha Shanee jedhu eessaa maddeef, eenyutu bu’uureessee ka jedhu baruu feetuu? Barruu kana dubbisaa!
Wagoota 10’f Shaneen Jecha Tuffii Ture; Bara ODP kana Ammoo Shaneen Meeshaa Ittiin Oromoo Hal-Diinan Taheera! Guduunfaa: Kanaan dura, seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti gareen …
Read More »Shaaneen yeroo dhumaatiif siyaasa Oromoo keessaa dhabamuu qabdi.!
Barreeffama Prof Ezekiel Gebissa fi Jawar Mohammed haala siyaasa Oromoof Itoophiyaa ilaalchisee tibba kana barreessaniin: Shanee akka waan ABO taatetti dhiyessani. Humna shanee, humna mootummaan …
Read More »Gareen maqaa qabsootiin ummata keenya gowwoomsaa baate suuta suutaan if saaxilaa jirti
https://youtu.be/fKHJK7dWU6o
Read More »Karaa Lama: Tokko qajeelaa kuun boolla
Haala amma irra geenyeen siyaasaan Oromoo fi biyya sanii karaa dhanquu irratti deebitee jirti. Karaan tokko, kan amma qabanne kan wal loluu kun boollatti …
Read More »Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku.
Qilee irraa asdeebi’aa (Ezekiel Gebissa irraa) Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku. Biyya keenyattis baratamuu hinqabu. Kanaafuu, Dr Dalasaa gad dhiisun waan nama gammachiisudha. …
Read More »Dallaan diinummaa Oromoo gidduutti deebi’ee ijaaramee?
Lammii Beenyaa Baatii sadan har’aa Finfinneen gammachuu keessa turte. Seenaa Oromoo keessatti ta’ee kan hin beekne Oromoon miliyoon jahaa ol ta’u dirree Masqalaatti bahee …
Read More »