Oduu Haaraya
walaloo 2

Ennee Ennolee

Ennee Ennolee

Oromoon sitti wallaale.

Dangaajallee fidaa

Okkotees barbaadaa

Akka hin nyaannee dangaaja marqite

Akka hin dhiifnee itti carreessite.

Sigabaan hunduu gatee lafatti

Enneen sila maalif qayyaan gubatti

Qayyallee haa qayyattuu amalaa

Isin iraayyi tolaa

Dargaggoo waa malaa.

Jaarsillee taa’ee jaarsummaa

Kufti Ennee yoomuma.

Saba guddaan isii gayaa

Bilisetu jaartii faayaa

Dargaggoo naa dhagayaa.

 

Check Also

ali birraa2

Hangafni Artistoota Oromoo Dr. Kabajaa Artist Alii Birraa biyya irraa hin galetti godaane.

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Anis Biyyaan Qabaa Biyya Biyya Caaltuu Biyyatoo Oromiyaa Tan …