Oduu Haaraya

Filmii Afaan oromoo qoree bultii!!

Aartii Afaan Oromoo Guddisuuf gummaacha keenya haa baanu!!! Yaada qofa kannachuun guddina Aartiitiif humaa hin godhu. Tanaaf gahee gama keenyaa bakka jirruu bahaachuun dirqama lammummaa haa ta’u!!!!!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Aadaan Oromoo nama boonsa..

Oromoonni #Shaashamannee uffata Aadaa Oromoon mimmidhaaganii ganama ciree irraatti nyaata Aadaa Oromoo peresdantii Eertiraa Obbo …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *