Haasaa Qajeelchituu Fiilmii Afaan Oromoo Asaantii Keeriyaat Yuusuuf Waliin Taasfine
Guraandhala 21, 2015 (oromopress) — Tamsaasini Reediyoo Oromiyaa kun haasaa Qajeelchituu (Director) fiilmii Afaan Oromoo Asaantii Keeriyaat Yuusuuf wajjin goone laallata. Keeriyaata teessumma mootummaa fedeeraalaa Ameerikaa kan taate Waashingtan Diisii keessatti Asaantii gaafa Guraandhala 21, 2015 daawwattootaaf banuuf jirti. Asaantii magaalaalee Addunyaa biroorratti illee agarsiisuuf karoora qabidi. Gaaffiifi deebichi waa’ee Asaantiiti. Fiilmii ammayaa Oromoo iskiriptii barreessuurraa eegalee, taphatanii omishuuf rabsuudhaaf maal nama fudhata? Gumaachi fiilmii kanaa oo aartii Oromoof maalfaadha? Gaaffiilee jedhaniif deebii laatti keessummaan keenya Qabjeechituu, taatottifi oomishtuun filmii Asaantii. Itti dhiyaadha.
Source: Oromo Press