Oduu Haaraya

Grand ‪#‎OromoProtests‬ farmers walked 26 kilometrs to Nagello Sigalo town in West Arsi

=================
Yeroo ummanni nagellee sigaaloo irraa badiyaa hedduu keessaa buqaahe garaa anaa Asaasaa deemuu yoo xinnatee namaa 20000 ni ta’a jedhaani lukaan km 26 anaa dhaqaani hiriraa nagayaa bahin ummataa nagellee sigaaloo fi nannaawaa ishee jiraan hundaa jedhaani dhamsaa achii dhufuu network nurraa balleessaani video fi suuraa Yeroo sani erguu hin dandeenye

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …