Oduu Haaraya

iyyaa iyya dabarsaa!!

Akkam jirtan duran dursee jirattottaa nairobi kenya hundaaf Obbollessii kenyaa khun Aprli 4/2014 humna mottummaa kenyattiin guyyaa Saa,attii 4ttii humna policettii akka fudhamee hunduu qaba qabdan jee,en yaada!!!garu akka dhamsattii waanin jaa,uu mee obbollewwaan khiyyaa namni isaa khana beyitan kan mana hidha jirachuu isaa ijan gartan ykn nama oromoo khan waalin hidha jirachuu isaa beyitan akka nuuf dhamsa G,Bar.Gal

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *