Oduu Haaraya

Jaarraa Abbaa Gadaa Memorial and Foundation Inaugural Ceremony

     We cordially invite you to join us as we celebrate the life and legacy of the Father of the Oromo Liberation Army (OLA), and true Oromo Hero Jaarraa Abbaa Gadaa.

We have several distinguished and internationally recognized intellectuals, friends of Jaarraa Abbaa Gadaa and family members.

 

Guest speakers including,

  • Professor Mohammed Hassen Ali
  • Professor Ismail Abdullahi
  • Oromo young Political Analyst Jawar Mohammed
  • And many more…

 

 

Date: Sunday May 26, 2013

Time:4:00 pm to Midnight

Place: Doubletree by Hilton Atlanta

4156 Lavista Road

Atlanta, GA30084

 

We look forward to seeing you – the organizing committee

 

For Further information please contact 770-314-0928 or 404-723-9703

 

 

 

Nagaya Oromummaatiin durseeneea yyaana jiruufii seenaa dureeysii

abbaan qabsoo bilisummaa Oromiyaatiifii Gootichi Oromoo ka dhugatti

fakkiifii hiriyaah inqabne, Jaarraa Abbaa Gadaa Oromoo dhaalchise

yadachuufi Bu’ureeyfama Jaarraa Abbaa Gadaa kasirnaan hundeeyfame

labsuudhaaf Magaalaa Atlaantaa

 

May 26,2013 sa’aa 4:00pm

Doubletree by Hilton Atlanta

4156 Lavista Road, AtlantaGA30084

 

Akka nuuf arkamtan kabajaan isinafeerra. Guyyaa kana keysummota

kabajaa, Oromoota sadarkaa Aduyaatiifii Hawaasa Oromoo bal’aa

keeysatti beekaman waahellan Jarraa Abbaa Gadaa kanneen dhaamsa garagaraa dhiheeysuu ftaa’an,

 

Professor Mahammed Hassan Ali

Professor Usma’il Abdullee

Obbo Jowhar Mahammed

 

Calaa baruuf 770-314-0928 ykn 404-723-9703 bilbilaa

 

 

 

Check Also

baqqalaa gabraa

Obbo Baqqalaa Garbaa biyya aambaatti hafuufi hooggansummaa KFO’s gad-dhiise

Baroota dheeraaf karaa dhaabaa fi dhuunfaan siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmannaa godhaniin kan beekaman Dura taa’aa …