Oduu Haaraya

Kan Sodaatanis Du’a Kan Hin Oolles Du’a

WASHINGTON, DC — Irra hedduun isaanii biyyoota gaanfa Afrikaa irraa kan ta’an uummanni hedduun imaltuu hamaa kan gamoojjii sahaaraa keessaa darbuuf yeroo yaalanitti haalli lubbuu isaaniif sodaaachisu kan isaan mudatu ta’uu kanneen ijaan argan ni dubbatu.

Imala hamaa kana keessatti daran kan miidhaman ijoollee fi dubartoota ta’uun ibsameera. Kannen ituu lubbuun jiranii bubbeen cirracha gammojjii sahaaraa irra garagalee awwaalu fi kan galaanni nyaatee hambise lakkoofsa isaa sirritti kan beeku hin jiru.

Dhala namaa karaa seeraan alaa deddebisuun daldalli gageeffamu kun maallaqa guddaan kan irraa argamu garuu gocha sukaneessaa addunyaan ilaalcha itti kennu hin dandeenye ta’eera.

Maallaqa isaanii dhabanii dararamanii qaamaa hir’atanii biyya namaa keessatti rakkataa kan jiranis danuu dha.

Shamarran imala hamtuu kana keessa darbuuf carrooman keessaa tokko kan dubbatan armaa gadiitti caqas

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …