Har’a ganama konkoolaataan geejibaa namoota 27 fe’ee Finfinneerraa gara Jimmaa deemaa ture, konkolaataa horii qalmaa fe’ee Jimmaa irraa gara Finfinnee deemaa ture wajjin walitti bu’uudhaan namootni saddeet (8) battalatti yoo du’an, kan hafan irratti immoo miidhaa cimaan qaqqaabeera.
Tags Horii Jimma Konkolaataa
Check Also
Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata
Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …