OBALAYAAN KOO AKKA GARII HUBADHAA DUBISSAA ! | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

OBALAYAAN KOO AKKA GARII HUBADHAA DUBISSAA !

OBALAYAAN KOO AKKA GARII HUBADHAA DUBISSAA !

INNII KUNI BARAATAA UNIVERSITY HAROO MAYA DHA TII MAQAAN ISSAA MAGARSSA WORKUU DHAA. GAFAA MORMII DIDAA GARBRUMMAA JALQAABEE SAN ISSAA KANATUU XALAAYAA GAFII HAYYAMAA HIRIRAA BAHUU KAN BARESSEE WAJIRALEE DHIMAA LALCHIFTUU HUNDAA KAN AKKA MOTUMMAA FEDERAL FI MANA CAFEE OROMIYAA FI WAJIRALEE BAHA OROMIYAA POLIS KOMISHIONERA FI WARA ILALCHIISSUU HUNDAA HARKKA ISSAN GALCHEE KAN GAFATEE TAHUU ISSA ISSIINII IBSAA.DUBAA ARAA BARATOOTAA SII FINCILSSISE JECHUU DHAN MIRGA BARATOOTAAF WAAN FALMATEE JECHUU DHAA MOTUUMAAN WAYANEE FARA NAGAYA BORESSITUU JECHUU DHAAN QABANII MANA HIDHAA SHINILE YKN KARSHALE DHIMAA WARA SIYASSA ITII MANA DUKKANA DACHII JALAA GALCHANII KOOBAA ISSA GUYAA MAY 10/2014 GANAMAA MAGALA DIRE DAWATII HIDHAMEE.MAGARSSA WORKU ARAA MANA HIDHA DACHII JALAA SHINELE DIRE DAWA ITII HIDHAA JIRAA.FREE MAGARSSA WORK .NO FREEDOM OF SPEECH IN ETHIOPIA ‪#‎oromoprotests‬

Check Also

toophiyaa 21

Reactions to the Ethiopian conflict

In a sign of growing concern in Washington about the Civil War in Ethiopia, the …