Oduu Haaraya

Obamaa fi biyya teenya.

Hegeree Oromiyaatiin

Presdenti Obamaan Magaalaa Finfinnee galuun isaa dhageyame jira .

Presdenti Obamaan daawwanna kanaan hoggattota ethiopia bulchaa jiran wiin kan wal mari’atu tahuun bekkame jira.

Akkasuma dhimmaa guddina ethiopia fi dimokraasi laalchise komi qabu hogganttota EPRDF waliin kakaasuf kan jiraatu tahuun bekkame jira.

Dhimma kana laalchisee Gorsitun Prsdenti Obamaa Sozaan Rais bulchinssi ethiopia bulchinsa dimokraasi akka hin tahin Obamaan qacelche beka jechu ibsite jirti.

Gara biraan Obamaan tokkommaa gola Afrikaatti hogganttota Afrikaa hunda qunname kan haasofsisu tahuun isaa bekkame jira.

Walgayi Presdenti Obamaan hogganttota Afrikaa ittin marihachiisu kana irraa Hogganaan Zimbaabwe Robert Mogaaben maricha bakka bu’onni Afrikaa fi hogganaa Amrekaa waliin raawwatuf jiraatan kanarraa kan qoda hin fudhanne tahuun bekkame jira.

Egumsa Obamaaf qillenssi biyya kenya Lafaa fi Samiin guyyota Obamaan daawwannaaf achitti argaman kana hunda kan dhunffaa Amrekaa jala jiru tahuun bekkame jira.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …