Haala yeroo ammaa OMN irratti deemuu laalchise bulchitoonni OMN gara Paaltookin ummataaf ibsa kennan. Deggarttoonni OMN eega hamii fii jettejetteen waayee namoota achi keessa hojjachaa turan arihamuu isanii laalchisee isaan yaaddeesse hogganoota OMN gara waltajjii sarara Paltalktti afeeruun waanni hafarfamaa jiru kun dhuga moo sobaa gaafiif deebisa waliin taasise….garuu haa tahuu malee haala amma OMN keessatti dhalatee jiru kana qorachaa jirra jechuu malee wanni ka’e kun sobaas dharaas ummataaf adda hin baafne.
Check Also
Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer
The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …