~The Verdict is in (murtiin kennameera) ⚖️ OMN gaafa bu’uureffamu irraa eegalee rakkoo kaayyoo hin qabu. Rakkoon bulchiinsaa malee. 1. OMN seera ittiin bu’uureffamaa …
Read More »Solomon Ungashe gaazeexeessaa Abdii Fiixeef dhoortoo kadhachaa fii jira.. Ummanni Oromoo kana laalchisee maal jedhu? warri haga ammaa gargaarsa arjoomaa jiruus kutatti waan qoodame fakkaata..
Dear friends, Journalist Abdi Fite was fired from OMN the other day without prior warning. He was a co-founder of the organization and has been …
Read More »Abdii Fiixee: “OMN Kompiitara koo narratti dhaamsee na harkaa fuudhachuudhaan hojiirraa na dhiitee”
Ibsaa Gaazeexeessaaa OMN obboo Abdii Fixee
Read More »Harmeen iyyitee ; jajjabee iyyaafattee
Teenyee hin ilaalluu; ka’I hin lollaa aabbee Dur yeroo abbaan koo qabu mootummaa Yeroo gadaan bulluu ; isa hundee dimokraasii Lammiin koo quufee ormaaf …
Read More »London: Fayyisaa Lalisaa goota sabaa (Foyyoo Goota Sabaa)
jiraattoonni Oromoo biyya Jerman magaalaa Nürnberg guyyaa ar’aa hirrira diidda wayyanee bahan
“Warshaan harroota qaqqaluuf dhaabbate cufamuun isaa nu gammachiise!!”
Basii Keenyaa Hirphi Nu Kennamnaan Eenyu Wajjinuu Wal-falmii Keessa Galuu Hin Barbaannu, Cufnee Keessaa Galla: Daayrektarii Qeeraaa Harree Basii Keenyaa Hirphi Nu Kennamnaan Eenyu Wajjinuu …
Read More »A House Divided: Ethiopian Runners Separated by Politics Face Off at London Marathon
Ethiopians may suffer from conflicting allegiances Sunday as two Ethiopian elite runners Feyisa Lelisa and Kenenisa Bekele take to the streets of London for the 36thedition …
Read More »HIRIYOOTA KIYYA KANNEEN BARRUU KIYYA KANA HORDOFAA JIRTAN MARAAF
Guyyaa: 22/4/2017 Yaada keessan karaa ‘inboksiin’ naaf ergitan xiinxalee ilaalee, barruu keenya kutaa lammaffaatti osoo hin darbin yaadi hubachuuf wal hubachiisuu qabnu keessaa xiqqoon …
Read More »OROMOOF OROMIYAA JIJJIIRUUF ANIS BA’UUN QABA GA’EE MATAA KOO KUTAA TOKKOFFAA
1. YEROO BIRAAS HIN EEGU OFIS HIN TUFFADHU Namni waanuma qabu irraa haga murtaa’e tokko namoota biroof qoode, duyina hin jedhamuu jedha oromoon yeroo …
Read More »