Oduu Haaraya

Presdenti Obaamaan Daawwannaa guyyaa lamaaf kenyaa Magaalaa Nairobi galuun isaa bekkeme jira.

Hegeree Oromiyaa

Garu Obaamaan biyya Kenyaa dhaqumiti kan nama raajaa jiru.

Nageya Obaamaatif dachii fi sami jiddun cufamuu isaatu warra magaalaa nairobi hedduu dallansisee jira.

Fakenyaaf guyyaa tokkicha Obaamaan boqannaa achitti gadgeysaa jiru kanatti Polisin kenyaa namni kuma 10 egumsa magaalattif kan ramadaman tahuun bekkame jira.

Kumni kudhan akkasi CIA Amrekaa fi Polisin Amrekaa waljiddutti nageyaa Obaamaatiif Rakko fi gola hunda keysatti ramadamani jiraachuun bekkamaadha.

Gara Samiitiin xayyaara dhiisi allaattinilleen akka gubbaa hin bararre godhamete jirti.

Qarqara bishaan kenyaatin ji’a tokkon dura humnota nageya Amrekaatin tohannaa jala turuun isii ni bekkama.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …