Oduu Haaraya

“Qarshiin jahannam haa dhaqxu qawwee bitadhaa daggala seenaa”!!

Ibsaa fi marii yeroo dheeraa J/Jaarraa Abbaa Gadaa guyyaa kaleessaa waltajjii “palatalk mana marii murtii guutoo fi saraaraa OCM keessaatti gadgeessan keessatti, gaaffii akkamitti isin gargaarra jechuuf deebisaan isaan laatan “yeroon ta qarshii walitti funaannumiti qarshii keessaan jahannam geessaa, qawwee bitadhaa mirga keessan falmadhaa deebisaan jechuun..yeroo deebisaan ilmaan Oromoo hedduu dinqisiissanii jiru..Caqasi/ Listen

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Vicious cycle of political conflict hindered realization of democracy via development of antagonistic ideologies in Ethiopia (1870 – 2020)

*By Malkamuu Jaatee, June 2020 Introduction  The vicious cycle of political conflict sustained in Ethiopia …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *