Oduu Haaraya

Qophii Deegarsa OMN Fii Khabajaa Ayyaana Irreeysaa Irratti yaadaafii dhaamsa Hawaasa Oromoo biyya Sweden.

   Durataa’oota fii khoreelee irraa yaadaafii dhaamsa dabarfame.
1   Dura ta’aa Khoree Qindeeysitu  hayyuu kheenya
     Obbo Ahmed Abdullahi
2  Mangudo oromoo biyya Sweden Tesfaye Alemu
2  Duraata’aa Hawaasa Skara Obbo Ali Bonaan
3  Durataa’olee Hawaasa Sundisval Obbo Saamuu’eel Birru  fii
    Oboo Gammachiis Naadoo.
4  Durataa’aa Gurmuu Dr, Bosonaa.
5  Barreeysaan Biiftuu Hawaasa Muslima Oromoo Sweden.
Dhaamsaafii qeeqaas  mee waan ja’an  qalbiin haadhaggeeyfannu!
Micheal,  Dirre Idriis

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …