Sheek Amiin Ibroo: "Gaalli biyya Oole fakkaata" | Oromia Shall be Free
Oduu Haaraya

sheek amiin ibroo guyyaa sanbataa adoolessa 19 tti magaalaa ohaio keessatti raayyaa abbaamaccaa waliin hawaasaaf barnoota adda addaa keenaa olanii jiru video shek amiin daqiiqaa muraasaaf banadha

Posted by Raayyaa Abbaamacca on den 20 juli 2014

Sheek Amiin Ibroo: “Gaalli biyya Oole fakkaata”

Gorsa hayyuu fii jaalatamaa Sheek Amiin Ibroo

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee

Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee …