Oduu Haaraya

Siidaan Minilik haa buqqa’u, sagaleen Oromoo haa dhaga’amu

Ebba Doti

Ijoo Dubbii Har’aa gara Orimiyaa irraa:

Dhaadannoowwan kunneen:

1. Oromiyaan lafa Oromooti
2. Buraayyuun kan Oromiyaati
3. Laga Xaafoon kan Oromiyaati
4. Sabbataan keenya
5. Biyya keenya Murree hin kenninu
6. Galaan Kan Oromiyaati
7. Finfinneen handuura Oromiyaati
8. Wallisaa Jaafar Yusuuf haa lakkifamu
9. Hidhamtootni marti haa lakkifaman
10. Bilisummaa barbaadna
11. Oromia Shall be free
12. Oromo need freedom
13. Adaamaa fi Bishooftuun maqaa kana duwwaan waamamuu qabu
14. Siidaan Minilik haa buqqa’u
15. Sagaleen Oromoo haa dhaga’amu
16. Qeerroon gaaffii mirgaa gaafata
17. Barattoota ajjeefamaniif mootummaan itti gaafatama haa fudhatu
18. Muktaar Kadir Pirezedaantii tahee Oromiyaa kennuu hin qabu
19. Qotee bulaaf iyyina
20. Barataa Oromoof iyyina
21. Sagaleen Uummata keenyaa haa dhaga’amu
22. Baqattummaan haa dhaabbatu Kanneen jedhan yoommuu tahu barattootni gamtaan dhiiraa fi shamarran osoo hin jedhiin sagalee isaanii dhageessisanii jiran.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …