Oduu Haaraya

Suur & Sagalee Jiruuf jireenya Oromoo Kumaatamaan

Gadda, gammachuu, hiraa, cinqii dhalli Oromoo alaaf keessatti biyyoo itti dhalate keessatt halkaniif guyyaa dhandhaamaa jiru…kuusa galmee seenaa ka si naasisus tahee ka si gammachiisus tahee waluma galatti kuusa Suur & sagalee Saba Oromoo Guyyaa guyyaan …..bilisummaa.com. bilisummaa, info fii akkasumaas oromoheritage.com gubbaan….

Diraamaa kudhaamaa Guutuu isaa
Diraamaa kudhaamaa Guutuu isaa

……………………..

Check Also

xalayaa

Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa

Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: …