Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma ijaarsa nageenyaa fi furmaata walitti bu’iinsaa akkasuma qorataan haqa cee’umsaa …
Read More »Mariin nagaa mootummaafi WBO gidduutti Tanzaaniyaatti gaggeeffamaa jira
Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Tanzaaniyaatti Kibxata irraa eegalee gaggeeffamaa jira. Maddeen bakka marichi itti gaggeeffamaa jirurraa BBC’tti akka himanitti, Kibxatarraa …
Read More »Ajajaa olaanaan ABO-WBO Marroo Dirribaa mariin nageenyaa ABO-WBO fi mootummaa Itoophiyaa gidduutti taasifamu hanga dhuma baatii kanaatti akka itti fufu himan
Ethiopia PM says negotiations with OLA set to begin this week
MM Toophiya garee ABO waliin biyya Taanzaaniyatti marii araaraa gad geeysuu laalchisee ibsa qonadala WBO
“Oromoon waliif obsuu qaba, Inni darbe gahaadha, amma mariin fixachuu qabna” jedhu.
Turtii Barruu Addis Standard waliin taasisan irratti dhimma waraana Oromiyaa kan gaafataman Koloneel Gammachuun, “Oromoon waliif obsuu qaba, inni darbe gahaadha, amma mariin fixachuu qabna” …
Read More »Witnesses: Drone strikes in Ethiopia’s Oromia kill civilians
NAIROBI, Kenya — Witnesses tell The Associated Press that drone strikes in Ethiopia’s Oromia region killed several dozen civilians last week. The attacks in strongholds …
Read More »Over 100 Oromos Killed as Attacks Continue in Horo Guduru
Walgayii adda bilisummaa Oromoo
Ustaaz Kamaal Heeboo wareegame jedhu
Innaalillahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun Rabbiin Jaannataan sihaa qaniinisu goota Sabaa. Diinni uummata Oromoo bilxiginnaan Jaal Kamaaliin aj*jeesuu dadhabnaan “Ni ajjeesame” jechuun kan gaddite fakeessuun titisota …
Read More »