Oduu Haaraya

WAAMICHA HIRIIRA NAGAYAA DHALAATOOTA OROMOO NANNOO FINFINNEE JIRAATANIIF

Mormii Hiriira Nagayaa Gudda Guyyaa Boruu Dilbataa – Ebla 26-2006.
Iddoon Ka’umsaa Finfinnee Naannoo Qabbanaa

Kottaa Ti !! Ajjechaa Ijoolle OROMOO irratti godhamee Tokko Taane Ha Morminuu.!!!

Mootummaan Wayyanee Ijoollee OROMOO manneen Hidhaa Keyssatti Guuraman (Hidhaman) Ha Hiikkaman.!!!

Ummanni Cunqursaa Jala Bilisaa Ha Bahan.!!!

Finfinnee,Amboo,AddisAlam ,Burrayyuu,…. Bishooftu,Adaama,Mojoo,Aqaaqi,…. Lagaa Daadii,Sandaaffa,…..Sulultaa Fi Dhalaatoota Oromoo Naannoo Finfinnee Jiraatan Hundaafu……..Mirgaa Seera Qabeysummaa Isaanii Gaafatuun,Ijoollen Oromoo Dirree Irratti Kanneen Ajjeefamaniif Sagaalee Kenyaa Dhageeysiifnu.Gamtaa Fi Tokkummaan Taane Biliisummaa Kenyaaf Ha Qabsooynu.
Hiriira Nagayaa Irratti Argamuun Ummataa OROMOO Tif Gargaarsa Nuti Qabnuuf Ha Ibsinuuf.
Dhiigni Ijoolle OROMOO Akkanumatti Dirre Irratti Dhangala’ee Hin Hafu,Dhiigni Isaanii Dhiiga Kenyaa.!!!!

EGAA DUBBIFTAN BOODA KANNEEN HIN DHAGAAYINIIF KARAA DANDEYSSANIIN WALIIF DABAARSA.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …