Waamicha Marii Hawaasa Oromoo Biyya Awurooppaa: Stockholm (Adoolesaa 25, 2015) Oromia Shall be Free |
Oduu Haaraya

Waamicha Marii Hawaasa Oromoo Biyya Awurooppaa: Stockholm (Adoolesaa 25, 2015)

 

 

Mariin Hawaasa Oromoo Biyyaa Awurooppaa gaafa Adoolesaa 25, 2015, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti gaggeeffama.

Kanaaf, Hawaasni Oromoo Biyya Awurooppaa jiraattani hundi akka irratti hirmaattani kabajaan isin afeerra. Galgala isaa ammoo artistoota Oromoo bebbeekamoo waliin bashannanama.

Bakka/Teessoo: Husby träff, Edward Griegsgången 9, Kista, Stockholm.

Nagaan kootta!

waamicha abo skaandaneeviyaa

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Intensified arrests in Arsi zones, Oromia region under pretext of connections with OLA

In these zones, people who do not support the government’s political views, youths who are …