Oduu Haaraya

WAAMICHA WALGAHII HATATTAMAA

Mootummaan Itoophiyaa tamsaasa OMN gama saatalaaytiin ugguuruu ilaalachise ibsa barbaachisaa kennuufi tarkaanfilee itti anananii fudhatamuu qabanirratti hawaasa keenya mar’achiisuu barbaanna. Kanaaf ummanni keenya kutaa Minnesotafi naannawa isaa jirtan walgahii kanarratti hirmaachuun haleellaa sagalee teessan ukkaamsuuf aggamame kana aka waliin ofirraa qollu isin affeerra.Galatoomaa,

Dr Sintaayyoo Badhaanee, H/G Dipaartimantii Deeggarsa Ummataa
Faaxee Adam, I/G Damee  Minnesota

 

 

Bakki: Bryan Coyle Community Center, 420 15th Ave. S, Minneapolis, MN 55454 
Guyyaan: Sanbata  (Saturday) Caamsaa 17, 2014
Sa’aa: 1 WB (PM)

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …