Oduu Haaraya

Yaa Jiruu biyya Ormaa

Elemoon Wellestoota Oromoo hangafoota jedhaman keessa isa tokko yoo ta’u, Shoora inni artii Oromoo keessatti qabu bakka guuddaatu kennamaaf. Elemoon wallee isaa keessatti, weedduu aadaa, ammayyaa, kan warraqsaaf jaalalaa gumaachuun yeroo dheeraaf kan bekkamu dha.

 

Check Also

ali birraa2

Hangafni Artistoota Oromoo Dr. Kabajaa Artist Alii Birraa biyya irraa hin galetti godaane.

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Anis Biyyaan Qabaa Biyya Biyya Caaltuu Biyyatoo Oromiyaa Tan …