Walabummaa Dabalee Barataa Yuuniversitii Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaatti barataa Injineeringii waggaa 4ffaa ture.yeroo ammaa kana mana hidhaa mootummaa Wayyanee keessatti dararamaa jirachuun isaa ni beekama.
Walabummaa Dabalee barreessaa kitaaba Faana Imaanaa jedhu ta’uusaas hin dagattaan jennee abdanna!
Yaa lammi koo mee rabbi kadhachuufii hin dagatiina!