Yeroo eenyummaa keenya himannu Amaarsaan hirriba dhaba
Oduu Haaraya

Yeroo eenyummaa keenya himannu Amaarsaan hirriba dhaba

Miliyoona 40 himanna, ollaan nu hin beeku, ka nurraa fagoo nu hin beeku…Yoo waayee keenya himmannu Amaarsaan hirriba dhabee akka addunyaan nu hin barreef maqaa adda addaa nuuf kenna.. …Gaafiif deebisaa dubbataa ABO TV Misra waliin taasie

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

16

Seenaa OSFNA fii hundeeysitota isaa

OSFNA OSFNA (Oromo Soccer Federation of North America) ja’amee bara 1996 ardii Ameerikaa Kaabaa, biyya …