Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ continues in Yabello town, Borana Feb 24, 2016

========
Mormii Guyyaa hardhaa Godina Booranaa Magaala Yaaballot Gegeeyfama jiru yeroo baratootin mana barumsaa high school moora mana barumsaa keeysa tokkummaan sagalee dhageeysisaa bahan

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..

Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *