‪#‎OromoProtests‬ "Kolleejji Barnota Barsiisota Asalla keessaa ijolleen 500 caalan hanga kamisaatti mana hidhaa keessa jira. | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ “Kolleejji Barnota Barsiisota Asalla keessaa ijolleen 500 caalan hanga kamisaatti mana hidhaa keessa jira.

Ijoolle Dubartoota buufata poolisi magaala Asalla kan ganda 03 argamutti hidhaman. Manni hidhaa kunis waam guutef isa cinaatti kan argamu NGO Alliance Ethiopia jedhamuti galma keessati hidhamani jiru.ijoolle kaan mana kireeffatan irra deemani gara mana hidhaatti guuran. Barsiisa kollejjicha kan akka Bars. Tufaa karamarati tumanii caccabsan. Barattooni baqatan akka deebianiif beeksisa baasan garuu namni tokichi achii hin deebine.”

Check Also

kadiir Juhaar

Siyaasaa fi amantii

Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra …