Oduu Haaraya

#Oromoprotests, Mudde 15, 2015Magaalaa Awwaday keessatti hiriirtoonni daandiin cufuun goommaa karaarratti gubuun hiriira isaanii finiinsaa oolan. Kanumaan wali qabatee Mormii Awwaday keessatti ka'e irratti waraanni Agaazii dhukaasuun yoo xiqqaate namoonni 4 ajjeefaman ja'a oduun garasii nugahe

Posted by Saphaloo Kadiir on den 15 december 2015

‪#‎Oromoprotests‬, Magaalaa Aawwadaay Mudde 15, 2015

Magaalaa Awwaday keessatti hiriirtoonni daandiin cufuun goommaa karaarratti gubuun hiriira isaanii finiinsaa oolan. Kanumaan wali qabatee Mormii Awwaday keessatti ka’e irratti waraanni Agaazii dhukaasuun yoo xiqqaate namoonni 4 ajjeefaman ja’a oduun garasii nugahe

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …