“Ijoolleen kun guyya gaafa FDG jalqabe Godina W/Lixa, Aanaa Gulliso, ganda Calliyaa Eekkatti rasaasaa wayyaneen rukkutamaan yeroo ta’uu, Warri jalqaba laman karrasaa Calaa fi Guutuu Abarraa lubbuun isaanii lafarra dabartetti. Kan sadaffaa Lalisaa Bantii gaafas rukutamee lubbuun baraartee jirti. Yoo akka carraa suuraa isaanii kana hin arganne jedhen isiinii erge akka isin document gootaniif!”
Check Also
Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..
Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …