“Maammad Yuuyyaa Callaa jedhama, dhalonni isaa ganda garaasid hiriira sanbata kan karaa baadiyyalee maayaa irraa garage ma gara magaalaa Awwaday osoo nuutu ilmaan Kenya dura du’a jedhee osoo hiriira fuuldura deemu battalumatti agaaziin lubbu keessa rsaasan rukutee achumatti due”