Oduu Haaraya

(Hayyuu,Qorattuu, Barreessituu fi Gazexeessituu biyya -USA ) Kitaabashee -Wonderful Ethiopians of the ancient cushite empire-keessaa kan fuudhame

houstoncharchil

Houston, Drusilla Dunjee (1876-1941)

“Isin tuffatamtanii, xiqqeeffamtanii ilaalamaakan turtan, warri Kush Itoophiyaa dhaamsawwan abbootiin keessan ol isiniif kaa‘aniin mataa ol qabadhaa,dhaggeeffadhaa, qoradhaas:Isin angafoota dhala namaa,warra qaroomina ammayyaa addunyaa badhaase taatanii utuu jirtanii, saamichi seenaa isin irratti raawwatame. Imaaltoonni fi hayyoonni dur durii qaroomina jalqabaa diriirsuu keessan ragaa bahaniiru. Ogummaawwan harkaa ajaa’ibsiisoo,siidaawwan addunyaan rajeffataa jirtu,omishawwan gurguddoo,seera,aadaa,jiruu fi jireenyaa fi xiin-yaadotaa addunyaa har’aaf galaa ta’an, abaabilee keessan warra KUSH tu arjoome.“   Drusilla Dunjee Houston-1926

(Hayyuu,Qorattuu, Barreessituu fi Gazexeessituu biyya -USA ) Kitaabashee -Wonderful Ethiopians of the ancient cushite empire-keessaa kan fuudhame

 

Check Also

usmaayyoo muussaa

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. …