May 9,2014 Stockholm,Sweden
Gaafa caamsa 9/2014 hawaasni oromoo biyyaa swedenmagaala stockholm keessatti hiriirra guddaa gaggeessan. Hiriira kana irratti gochaa Wyyaanneen ilmaan oromoo irratti raawachaajirancimsani kaanbalaleefatan ta’uuhubachiisan.Dhaadanoolee dhageesisaa turaankeessaa:
- Baratootaoromooajjeessunatattamaanyaadhabatu!
- MasterPlaniin finfinnee fudhatamahinqabu!
- Hidhamtoonisiyaasaayaagadhifaman!
- Lafaqotee-bultootairrafudhachuunyaadhaabatu.
HiriirakanaboodasmariigochuudhanoromootaOromiyaakeessatti wareegamakafalaa jiraanifiinamootamidhaanirraaga’egargaarsaagochuufwaadaa waliifgalaniijiru. GazexeessaanSwedenkanmanahidhaaTPLFkeessattihidhammeeture, MartinSchibbye akkasumaas hawaasaOgadeenkeessaobboAbdullahiHusseinmarihawaasaoromoo kanairratti hirmaachudhaan dararaaummataoromooirrattiraawwatamaajirukuunkanisaangaddisiiseta’uu issaaibsanni karaadanda’amu hundaanhawaasaoromoowaliinta’uun mirgaaummataaf mormuufi deegarsaagochuufqophiita’u isaaniibsanijiru.