Hubachiisa!! Sagantaan barnoota kanaa Raadiyoo Faanaa Sagantaa Afaan Oromoo irraa kan walitti funaaname. Kuusni barnoota kanaa akkaan hedduu waan taheef tartiibaan wal duraa duubaan maxxansuu yaalla.
Galanni kan Hayyoota waan kana qopheessaniiti. (Obboo Ibraahim Haaji Ali Boruu fii Aaddee Immabeet Tashoomeeti)
Tags afaan oromoo Hibboo Ibraahim Haajii Immabeet Tashoomee Makmaaksa Moggaasa Seerlugaa
Check Also
Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa
Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. …