Oduu Haaraya

B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”

Kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO, guyyaa Gootoota jechuun bara baraan wal afeeranii seenaa gootootaa kaleessa wareegamanii wal yayyaadachiisanii lilmee hamilee baraa walii waraananii sabbata wal qaqqabachiisanii dhiichisaanii shubbisanii bara dhufuuf nagaya wali dhaammatanii adda galuun qabsoodha moo qoosaadha…..Seenaa gootootaa yaadachuu fii himuu malee gumaa isaanii ka baasu hin jiruu laataa?

Ibsaa gaafiif deebisaa B/J/ Kamaal galchuu ka guyyaa gootootaa laalchisee sarara paltalk gubbatti dabarsan…

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …