#OromoProtests “Guyyaa 03/01/2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo magalaa waaccuu keessatti guyyaa arraa jachuun guyaa Aladaa ykn sanbata guddaa guyyaan isaa magaalaa waan taheef jachaa Ummanni Hiriira nutti baha jachuu soodachurraa kan ka’e Jiraattoota fii Haajamtoota magaalattii keessa jiranii fii kan magaalaa seenaa jiran irraa kallattii Afranuu too’atanii Ummata irraa Ulee, Mancaa, Shukkaa ykn Cuubee fii Meeshaa Waraanaa kan tahe kamiyyuu irraa guuraa jiran.”
Check Also
Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …