Oduu Haaraya

Habroo Magaalaa Waaccuu: Ummata irraa Ulee, Mancaa, Shukkaa ykn Cuubee fii Meeshaa Waraanaa kan tahe kamiyyuu irraa guuraa jiran

#OromoProtests “Guyyaa 03/01/2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo magalaa waaccuu keessatti guyyaa arraa jachuun guyaa Aladaa ykn sanbata guddaa guyyaan isaa magaalaa waan taheef jachaa Ummanni Hiriira nutti baha jachuu soodachurraa kan ka’e Jiraattoota fii Haajamtoota magaalattii keessa jiranii fii kan magaalaa seenaa jiran irraa kallattii Afranuu too’atanii Ummata irraa Ulee, Mancaa, Shukkaa ykn Cuubee fii Meeshaa Waraanaa kan tahe kamiyyuu irraa guuraa jiran.”

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *