Oduu Haaraya

Afaan Ofii barachuun manarraa eegala.

Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa fii haatilleen Oromoo ka biyya anbaatti dhalte dhiisi ka eega guddatee gara biyya anbaa dhufe ka afaan isaa lagatee lakkooysa hin qabu. Oromoo inni amaara fuudhe ni amaarawa, ka Suumaalee fuudhe ni Sommalawa, ka Adaree fuudhe ni Adaraawa, ka Faranjii fuudhe ni faranjaawa, dhalaan Oromoos isuma heerumte fakkatti malee shanyii isii hin fakkattu…Abbaan toltu fakeenya oromoon ittin buunu qofa odoo hin taane kan irraa barataniidha… Abbaan Sabboonaa fii Aadee Tooltuu tufaaf Hegeree gaari.. Gaafif deebisaa Aadde Toltuu Tufaa TVORO

 

Check Also

menelik2

Guyyaa Yaadannoo Sanyii Duguuggaa Oromoo Milkeessuuf Rakkinnaa fi Carraa Jiran

                      Leenjisoo Horoo        Ebla 10, 2023 Mata-dureen kun, yaadannoon guyyaa sanyii duguuggaa Oromoo barbaachisummaa isaa …