Arsii Asallaatti haati Siinqee fi maanguddoonni gocha Addisu Arega Kitessa mormuun hiriira bahan.
Addisuun Dachee Oromiyaa keessa imaluuf hamilee hin qabu.
Aangoo irraa kaafamee Seeratti dhihaachuu qaba.
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …