“Warra miidiyaa hawaasaarratti na arrabsu dura hin dhaabbatinaa. Ana ittisuu dhiisaa. Ani yaada koo dhiyeessa. Warri naan mormuus, na qeequus yaada isaanii ibsachuun mirga isaaniiti. …
Read More »Gorsa Hanbaa hin qabne
Dhiirti haqaa akkatti dirree baaftee dhugaa jiru lafa keessi.Karaa Oromoon irra deemuun barbaachisu ummatatti garsiifti.Dargaan gola keessatti dahattee odoo waan dubbatame sirrtitti dhaggeeyfattee hin hubatin, …
Read More »Dr. Ittanaa Habtee, “Jawaar Mohamed Abiyyi waliin qaamaan wal arge mariyatee jira”
Press Release From Caucus of Opposition Parties(COP)
Having Noticed the fundamnetal differences on the approach of the National Dialogue with the government and it’s allied Parties, we here by announce the Establishment …
Read More »Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname
Adeemsa raawwii marii biyyaalessaa ilaalchisee garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu jiru ilaalcha keessa galchuudhaan, yaadaa fi tarsiimoo sirna dimokiraasii dhugaa gadi dhaabuudhaaf …
Read More »Manni maree paartilee mormituu (caucus) hundeeffame.
Oduu Ubuntu Amajji 28 bara 2014 Paartileen siyaasaa mormituu 10 ta’an adeemsa fooramii marii biyyaalessaa irratti komii bu’uuraa qabna jedhan. “Marii biyyoolessaa sirna dimokiraasii dhugaa …
Read More »“Oromiyaan Guantanamo taatee jirti”
OMN: Imala Galatoomaa Jawaar Mahommad, Fürth, Jerman ( waxabajjii 04 , 2022)
Read More »QBO Keessatti Waan Hir’ate Haa Guuttannuu
Akeeka QBO Dura dubbii, akeekni Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) ifaa dha. Akeeka QBO irratti harki gudddan ummata Oromoo waliif gala je’eetan amana. Gabaabaa itti, akeeknio …
Read More »Mootummaan Tigraay mootummaa Federaalaa wajjiin dhoksaan marii taasisaa akka jiru gabaafame.
Akka Sudan Post gabaasetti mootummaa Federaalaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay kan Tigraay bulchu jidduutti xalayaa nagaa wal jijjiiruun dhoksaan taasifamee jira. Qondaala olaanaa mootummaa …
Read More »President Uhuru Kenyatta and Ethiopian PM Dr Abiy Ahmed enjoy a spectacular display
President Uhuru Kenyatta and visiting Ethiopian Prime Minister Dr Abiy Ahmed on Saturday made an impromptu appearance at the Museum Airshow Festival held at the …
Read More »