Oduu Haaraya

Uummata rooba faarsutti, roobni garaa jabaate

Roobaan siigale!

Aa hoo rooban siigalee…

Jiloo Waaree Waaqoo, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Waareen ganna misaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Tan bonaa furmaataa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Furmaatii roobinnaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Roobee lolaasinnaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Lolaa obaasinnaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Madda gabbisinnaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Biiftuun rooban baatee, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Urgoon aradaan baatee, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Areero gooroo yooyyaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Rimeeyyiin dallootaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Caanaa baallii kuulaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee

Dhaltii gurruu tuutaa, rooban siigalee

Aa hoo rooban siigalee….

Boorana haa baraarru!

Galanni kan Abrahaam Solomon

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *