"Bakka itti shaakallullee hin qabnu"
Oduu Haaraya

“Bakka itti shaakallullee hin qabnu”

Gaafiif deebisaa Akkeesstii/fakkeessituu  jaalamtuu diraama garagaraa  hojjatuun beekkamte Aaddee Abbabach waliin TV ergamtuu wayyanee waliin taasifame haala gaddisiisaan xumurame… Bakka itti shaakallullee hin qabnu jettee yeroo isiin rakkoo himachuu jalabdee gaazeexeessiche wayyaanee dubbii jijjirsiee..

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

habtaamuu lamuu

Eenyuutu Mucucaatee? Jawar Mohammed, Dr. Itaanaa Habteeti?

Qaanqee show Habtaamuu: Ittaanaa fii Jawaar dhimma loltuu ABO laalchisee maal jechaa turan?