Oduu Haaraya

Barattoonni universitii magaala Dirree dawaa akka malee humna waraana wayyaneen reebaa jiru

 

suuraa dirree dawaaUuuuu iyyaa wal kakaasaa umanni Oromoo barattooni keessan dhumaati jiru,  maal ilaaltani teessu guyyaa har’aa barattoonni Oromoo universiti Diree Dawaa jiran guyyaa har’aa  hiriira nagayaaa baanaan mootuumman wayyane waraana federaala itti ergee barattootaa Oromoo achi jiran dhukaasa irratti banudhan reebanii caccabsanii fudhatanii deemaniin, kaniis akkasumatti reebamee caccabsame universitii gadhise jira.  Ummanni Oromoo bakka jirtanii ka’aa wal dammaqsaa maaloo lafa keenya irratti mirga dhabne haga yoom teenya..

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …