Oduu Haaraya

Barreeffamni maqaa kiyyaan marsaa Siitube gubbatti Jawaar Muhammad irratti barrefame akka barreefama kiyya hinta’in akka naaf hubattan galatooma.

By Umar Suleyman

Duraan dursee kabajamtoota jaalattoota tiyya,dhageeffattoota tiyyaaf, deeggartoota tiyya akkasumas,hordoftoota tiyya, ilmaan Oromoodhaa ka taatan hundumaaf,nagayaaf jaalalli, kabjaan oromummaa ka’onnee tiyya irra burqe isin naaf haadhaqqbu.Itti aansuudhaan wanni ani isin hubachiisu barbaadu barreeffamni maqaa kiyyaan jawaar muhammad irratti barrefame akka barreefama kiyya hinta’in akka naaf hubattan galatooma.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

One comment

  1. Ati sabboonaa keenya , kan sibeeku sibeeka. Abshir diinaaf bakka hin kenninu !

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *