Jecha sirrii faallaa maqibsaa tahe fili!
Read More »Kitaaba Raammisoo sagaleen..
https://www.facebook.com/abbaa.urjii/videos/2643718592314313/?t=2 Warra RAAMMISOO dubbisuuf dharraataniif hamma kitaabichaan walitti baatanuu, waraabbii sagalee kutaa 1-rraa hamma 7-aa, heera malee sa’aa lamaa, gabaa! Ittiin booharaa. Warri maxxansaa lamadaa …
Read More »NUU ADDAAN HIN BAANU!
——————————————– Nuti ilmaan abbaa tokkootii Fagoo hanga dhihoottii Kaabaa kibbaarraa Hanga bahaaf lixaattii Nuti addaan hin baanuu Diinnii maaf nuu soortii Wal facaasaa deemnuu Irbaata …
Read More »DAMMA DAAMUU GORSA DUBARTOOTA HUNDAAF. Dhiirotaaf kana dubbisuun dhorkaadha.
_______________ 1, Gonkumaa hin irraanfatiin akka abbaan manaa kee sii fuudhe, waan addaa akka hin uumamneef itti gaafatamummaa fi dirqama kee bahuu qabda. 2, Dadhabina …
Read More »Dr. Tadelech Atomssa Keyeta is the first Ethiopian woman to earn her PhD in Physics in Ethiopia.
Discover Oromia in Africa Her fields of specialization are Quantum Optics for her MSc and Laser Spectroscopy for her PhD. Quantum optics deals mainly with …
Read More »Teessuma Lafaa fi Haala QilleensaaTeessumni ji’oograafii fi haalli qilleensa Oromiyaa baayyee bal’aa dha.
Obsan maleen Oromiyaan gaarreen dhedheeroo, badda-rogeelee (plateaus), ija laggeenii (gorges) nama maalachiisan, diida ijji ilaalee hin kutne (rolling plains) fi laggeen gurguddoo hedduu qaba. Qarqara …
Read More »Obboo Jaafar Alii wajjiin boohartii gaarii…
freeTutoring from 3rd grade up
http://www.khanacademy.org/ freeTutoring from 3rd grade up https://www.coursera.org/free online courses, http://www.mooc.ca/index.htmlfree online courses Please share this one with your parent, uncle and unties. Investing in Ethiopia will help …
Read More »Shaakala Afaan Oromoo kana itti of ilaali
Barumsa afaan Oromoo Shaakaluuf As Tuqaa Hubachiisaa!! jechoonni baruumsa kana keessatti itti gargaaramne garri tokko kan Taammanaa Bitimaa ti Kabajamtoota daawwattootaa fii dubbistoota marsaa kanaa …
Read More »Abjjuun Baraa Dheeraa!!
Walirrati hin duullu galiin teenya takkaa Kha hojjatuu tolcha kha hojatuu tolchaa Jalallee Dabarttee yoo namani waa yakkee Aanaa dhaatu gorssa yoo badii itti arkkee …
Read More »