Oduu Haaraya

BEEKSISA HATATTAMAA !!!

Hawaasa Oromoo biyyaa masrii Jirtan hundii keesan dhaamsii nu dhaqqabee jiruu, namnii maqaan isaa MAGARSAA MOHAMED Jedhamu (Nama biyyaa tanatti haarawaa) arra ganamaa akka manaa baheen hangaa ammaatti iddo innii jiruu waan hinbeekkaminiifii, namni gurbaan kun biraa jiruu lakkowsa bilbilaa #01121190396 ykn #01155791238 kaneen irraatti akka hatattamaan nuu bilbiltan isin hubachiifnaa.

Galatooma
CTBOBM

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …