Oduu Haaraya

Biddeenaas, marqaas, paastaas, shuumoos…qurxummii bishaan Abbayya keessaa oowwituu qabamte isiniif qabna

Hegeree Oromiyaatiin

Misra; magaalaa Kaayroo keessatti mannni nyaata Oromoo baname

Gammannee Gammadaa Gutuu Ilmaan Oromoo Hundaan waytaan Ja`u gammachuu guddoo honga hin qabneetu natti dhageyama.

Gammachuun tuniis gammachuu addaa waan taateef gammanne gammadaa wanniin ja`auuf yero duraatiif “Manni Nytaata Oromo Byya Misraa Magaalaa Kaayro keysatti banamuu isaatu gammachuu kana gammachuu addaa godha waan taheef galagala boru sadaasa 5/2014

Eyba Mana Nyaata Oromiyaa waan taheef hundi keysan afeerraa kanarraa akka qoda fudhattaniif afeermtanii jirtu.

bakki yk Iddon Faydaa Sh/Ahamed Zakii “Qahwaa Kunuuz Al-Nuubaa ” Dubaan argamti waan taheef galagala keysaa Sa`aa 7rraa dhuftanii Mana Nyaata keysan kana akka eybiftan aferamtanii jirtu.

Dabaltaan hubachuuf Mob 01113377545 qunnamaa.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Damee hortee oromo Ilmman Oromo lammii (2)

1,boraana 2 ,bareentu Booranni Ilmman.12 dhalee isaanis 1,wallagga 2,callabba 3,goree 4,goofaa 5,sidaamoo 6,arii 7,dacee 8,garrii …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *