Hawaasni Oromo fi Mesenssonni Caayaa Tokkommaa Baqattota Oromo Biyya Masrii Magaalaa Cairotti jiraatan ebela 26/2015 kabajaa Ayyaana Gotota Oromo 2015 haala miidhagaa fi bonssaan kabajatanii …
Read More »
Hawaasni Oromo fi Mesenssonni Caayaa Tokkommaa Baqattota Oromo Biyya Masrii Magaalaa Cairotti jiraatan ebela 26/2015 kabajaa Ayyaana Gotota Oromo 2015 haala miidhagaa fi bonssaan kabajatanii …
Read More »Kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO, guyyaa Gootoota jechuun bara baraan wal afeeranii seenaa gootootaa kaleessa wareegamanii wal yayyaadachiisanii lilmee hamilee baraa walii waraananii sabbata …
Read More »Oromo TV Abraahim Mumummee D.T KY ABO fi Bakka Bu’a ULFO Abdii Osmaan
Read More »Guyyaan Gootota Oromoo MN USA bara kanaa keessummaa kabajaa taate kan argamte, Gootittii j/ Urjii Dhaabaa miseensa WBO duraanii kan yeroo hedduuf dirree qabsoo irratti …
Read More »Abdii Boruutiin Yeroo baay’ee yoo dubbatamu ykn barreeffamu, sabboonummaan Oromoo guddachaa akka dhufe agarsiisa. Dhugaa dhas; galanni qabsoo bilisummaa Oromootiif akkasumas gootota …
Read More »Yaadannoon gootota qabsoo bilisummaa Oromoof osoo qabsawanii wareegamani kan barbaachiseef waan aadeeffatame qofaaf osoo hin taane guyyaa kana seenaa qabsoo dheeraa ummatni Oromoo of dandamachiisuuf …
Read More »Magaala Bern, Switzerland keessa tti sabboontonni Oromoo gaafa 13.04.2013 Guyyaa Gootota Oromoo 2013 yaadatanii oolaniiru. Guyyaa kana qabsaawota Ooromoo mirga uummata Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaaf …
Read More »Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa kan yaadannu, imaanaa isaanii galmaan …
Read More »