Oduu Haaraya
hadhooftuu

Book Signing Ceremony in Stockholm/Eebbisiisa Kitaabaa

Book name/Maqaa Kitaabaa: HADHOOFTUU

Author/Barreessaan: CAALAA HAAHILUU

Address /Eddoo: Lillhagsvägen 30 i Hagsätra, Stockholm, Sweden

Time/ Yeroo: 14:00 – 18:30

Organizer/Qopheessaan: Gurmuu Hawaasa Oromoo Sweden

Contact: gurmuuoromoo.swidin@gmail.com; http://gurmuoromosweden.com/

Yaadachiisa: Qophiin Bashannanaa nijira (sa’aa 19:00 irraa eegalee)

Kitaaba asoosama HADHOOFTUU kan Caalaa Haahiluu tiin bareeffame kana magaalaa Stockholm/Sweden itti gaafa Guraandhala 28, 2015 sirna owwadhaan eebbisiisuuf qophiin xummuramaa jira.  Sagantaa kana irratti haala guddina Afaan fi  Og-barruu Oromoo ilaalchisee seeminaarri beektota adda addaa kan biyyoota Sweden, Norway, Finlandii irraa hirmaataniin nidhiyaata. Akkasumas sarara ONLINE ta’een Oromiyaafi  biyyoota adda addaa irraa nihirmaatu. Akkasumas barreessitootni fi gaazexeessitootni  biyya Sweden kan akka Martin Schibbye akka kessuummaatti  qophii kana irratti argamanii  faayidaa Og-barruu  ilaalchisee dhaamsa  dabarsu. Qophiin akkanaa kun guddina Afaan, Og-barruu fi Aadaa Oromoo akkasumas oromummaan akka dagaagu gochuuf gumaacha guddaa waan qabuuf Oromoonniifi froottan Oromoo biyya Sweden fi ollaa Sweden jiraattan akka hirmaattan kabajaan affeeramtanii jirtu.

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …